Qorannoo keenyaaf baga nagaan dhuftan,
Kaayyoon qorannoo kanaa lafa qabeenya, tajaajiloota fi gatiiwwan namootaa fayyaa isaanii irratti murteessaa ta'an adda baasuudha.Qabeenya, tajaajiloota fi gatiiwwan kunniin faayidaa uumamaarraa argannu.
Tajaajiloota ekosistemi faayidaa hedduu fi garaagaraa kan namoonni naannoo uumamaa fi ekosistemi sirnaan hojjataniirraa bilisaan argatanidha. Ekosistemiwwan akkasii keessaa qonna, bosona, lafa gabbataa, ekosistemiwwan bishaanii fi galaanaa ni dabalatu.
Qorannoon kun daqiiqaa 10 qofa fudhata.
Qorannoon kun proojektii FunGILT jedhamu kan LMT (Lakkoofsa proojektii P-MIP-17-210) irraa maallaqa argateedha.
Qorannoo keenya keessatti hirmaachuuf galatoomaa!